37 Jennaani nami ch'ufti ka arda lafa Gergesa keesa jiru Yesoni, Nu biraa deemi jed'ani, maro worri aka taka inargiini sodaateefi. Tanaafi Yesoni hobolo keesa seene iti d'aabate.
Isiini waan Eliyaani jette, Namicha Waaqa kana, anini maani yake ka atini akana na tolchitu! Atini ch'ubbu tiyya Waaqa qaabsifte akanaani ilma kiyya ijeesu d'ufte?
Duuba diri ch'ufti haguma gahuunu Yeso argu d'ufe; arginaani aka inni lafa worra keesaa deemu kad'atani.
Duuba worri Yeso kad'ate, aka inni lafa worraa keesaa deemu.
Nami isani d'agayu nale d'agaya, ka isani didu nale dida; ammalle ka na didu nama na erge dida.
Simoni Petroni waan kana arginaani jilba Yesoti jige waan jed'e, Na biraa deemi, Aabbo, anini nama dabaati.
Yeso arginaani iti lalabe durati jige qonqo guddooni iye waan jed'e, Ati maal nara qabda, Yeso Ilma Waaqa Gubba Jiru? Anini si kad'ad'a, na ingaargalchiini.
Jari arge kaani aka namicha jinni qabu kaani fayyisani biyyati odeese.
Namichi kaani, ka jinniini keesaa baate, aka isa gula deemu kad'ate, ammo inni ufi jalaa deebise waan jed'eeni,
Nama isani inulfeesiini, yo dira suni keesaa kaatani, awaara miila iraa d'ad'aad'a, aka akheekha worraa taatu.
olla d'ibiti dabrani.
d'ufani araarama kad'atani. Jennaani diidati baasani, aka worri dira suni keesaa yau kad'atani.
Duuba amma nu maafi doona? Ibida jabaani kunini nu balleesa. Yo nu qonqo AABBO Waaqa keenna maro d'ibi d'ageenne, nu indoona.
Jennaani worri Beth-Shemeshi waan jed'e, Eenuti dandae AABBO Waaqa qulqullo akana dura eja? Nu esa isa ergina, aka inni nu biraa deemu?