36 Jari arge kaani aka namicha jinni qabu kaani fayyisani biyyati odeese.
Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.
Jennaani nami ch'ufti ka arda lafa Gergesa keesa jiru Yesoni, Nu biraa deemi jed'ani, maro worri aka taka inargiini sodaateefi. Tanaafi Yesoni hobolo keesa seene iti d'aabate.