28 Yeso arginaani iti lalabe durati jige qonqo guddooni iye waan jed'e, Ati maal nara qabda, Yeso Ilma Waaqa Gubba Jiru? Anini si kad'ad'a, na ingaargalchiini.
Wonti inni akana jed'eefi waan Yesoni jinniini, Namicha keesaa bahi jed'eefi jinniini maro heddu isa qabde; ato harkafi miila haada sibiilatiini hid'anile inni haada sibiila ch'abse, jinniini alati isa arite.