19 Haad'a Yesotiifi oboleyaani isaa isati d'ufani ammo isa gahu dad'abani, maro gumitiifi.
Waan kana d'ageennaani fiit'aani isaa isa fuud'u d'ufte, waan biyyiti, Inni ya maraate jetteefi.
Nami toko waan jed'eeni, Haad'a tantetiifi oboleyaani tante ala ejaanjani si argu fed'ani.