Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Luqaas 8:18 - KITAABA WAAQA

18 Tanaafi waan d'ageetani ch'ufa keesa ufi eegad'a. Wonti akanatiifi, nama wo qabu hagasi ira iti daraniifi, ammo ka woma inqamne diqo inni qabule iraa fuud'ani.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Luqaas 8:18
25 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Karaani atini qajeelumani seetu duani si d'aqa.


Nama waan guddo qabu iti daraniifi, duuba inni quufeti hambisa; ammo nama woma inqamne diqo inni qabule iraa fuud'ani.


Wonti akanatiifi nama woi qabu iti darani, ammo ka woma inqamne waan inni qabule iraa fuud'ani.


Ammo hojja waan jibbani ta nama rifachiisa, ta fulla tau himmalini teetu argitani (nami soomu ha hubatu), nami Yudea keesa jiru ha gaareeniti baqatu.


Yesoni waan jed'eeni, waan anini isaniini jed'u, Nama qabu ch'ufa iti daraniifi, ammo ka woma inqamne waan diqo inni qabule iraa fuud'ani.


Dubbini tuni gurra keesani keesa ha seentu! Ilma Nama harka namati kennani.


Dame na keesa jirtu ta mid'aani imbaamne ch'ufa inni imballeesa, dame mid'aani baaftu ch'ufa inni kolkoleti mid'aasa aka mid'aani haga qarale ira baaftu.


Duuba anini maro tokotu si yaame, ammalle ati waan dansa tolchite, ka d'ufte. Ammatana nu ch'ufumaani arma jirra, Waaqa dura, aka waan ch'ufa ka Aabbooni siti hime d'ageennu.


Worri lafa suni worra Thesalonike ira dansa. Dubbi Waaqa qalbi dansaani ch'aqasani, t'aafi guyya ch'ufa keesa barbaadani, aka wonti kunini d'uga ilaalani.


Maro eeba Waaqi naa kenneefi anini waan isani ch'ufaani jed'u: Ufi saaddani ufi inguddisiina. Ammo herega keesani keesati ufi diqeesa, ammalle nami ch'ufti d'ugefacha Waaqi isaa kenne gula ha ufi qoruuti.


Yo nami tokoleeni ergattu Waaqa ufi sehe yokhaani waan kenniti Lubbu qabu ufi sehe, aka wonti anini t'aafu jiru kunini Seera Waaqa hubachu male.


Nami tokoleeni ufi insobini. Nami waan guddo qalbi qabu ufi sehu, herega nama gula, ha ufi daalleesuuti, aka qaroomu.


Nami waan wo beekhu ufi sehu haga sila beekhu male imbeekhu.


Yo fed'e anini sila dandae waan akana d'ugefad'a. Yo nami tokoleeni aada namaa ta nafa d'ugefate, ka nara d'ugefatu injiru.


Maro waan kanatifi nu dubbi d'ageenne tana jabeesu male, aka iraa ingorre.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ