Luqaas 8:14 - KITAABA WAAQA14 Mid'aani qorati keesa jigani suni jara d'ageennaani d'ipufi horifi gammada jireenna lafa tanatiini qanch'are mid'aani aada imbaamne fakaatani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Tanaafi barsiisa qara ta Kristo lafa d'aamne, dura deemne ta hagasi ira jajabdu barachuu malle. Nu waan yayaba d'ugefacha teenna deebine keyannufi inqamnu; ta aka huji woma imbaane iraa deebiitifa Waaqa d'ugefacha fa barsiisa waan batisotiifi ta harka ira kayanifi kaisa nama duetiifi qorsuma hegeri d'uftu.