7 anileeni gara kanke d'ufu himmalle, ammo dubbuma ch'alla jed'i, garbichi kiyya imfaya.
Inni dubbi ufiitini worra fayyise, boola duaa keesaa worra baase.
Inni dubbannaani lafti uumamte, jecha isaa gula wonti ch'ufti mullate.
waan jed'e, Yo isani AABBO Waaqa keesani d'ageetani waan inni fed'u guutani waan d'uga tolchitani seera isaa jabeesitani, anini d'ukuba worra Misiritiini d'ufe suni tokoleeni isani ingaargalchu. Wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa, ka isani fayyisu.
Biyyiti ch'ufti guddo maadefatte waan woliini jette, Taka agartani d'ageetani? Barsiisaani hareetiini tuni maal? Nami kunini guddo jabeenna qaba. Yo inni dubbatu jinnileeni insarmitifi.
Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.
Yesoni harka d'eerefate isa tuqe waan jed'eeni, Imfed'a, qulqullai. Maro tokotu qomaat'aani iraa badde.
Jennaani Yesoni worra woliini deeme. Manati d'iaannaani shumini kaani jaalaani isaa Yesoti erge waan jed'eeni, Aabbo, ingaargaliini. Atini mana kiyya keesa seenu himmalle:
Anileeni seera jala jira, askartileeni na jala jirti. Yo anini tokooni, Deemi jed'u, inni indeema; yo kad'ibiini, Kooti jed'u, inni ind'ufa; yo garbicha kiyyaani, Akana tolchi jed'u, inni intolcha.
Me amma ilaala, Waaqi d'uga ana, ka d'ibiini injiru. Anini ijeese jireesa, madeese fayyisa, nami tokoleeni na indabsatu.
AABBO Waaqi ijeese jireesa; inni nama fulla ekhera geese ammalle gadeebisa.