Luqaas 6:42 - KITAABA WAAQA42 Yokhaani akami dandeete oboleesa kanketiini, Aadda, eegi, huba ila tante keesaa fuud'a jetta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine? D'articha, qara jirma ila tante keesaa fuud'i, yoosi aka dansa huba ila oboleesa kanketi keesa jiru argite keesaa fuuta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |