9 Isaafi nami ch'ufti ka isa woliini jiruleeni guddo mamani, maro qurt'umi heddu qabaniifi.
Atini finna waan uumte ch'ufa harka isaa keesa keete; atini isaa gudda uumama ch'ufaa tolchite;
simpirreefi qurt'umifi waan bisaani keesati gala ch'ufa!
Petrofi worri wahela isa guddo sodaate, jennaani Petroni waan jed'u wollaale akasi jed'e.
Nami ch'ufti ka waan tissituuni himte d'agaye guddo mame.
waan inni barsiise suni guddo mamani, wonti akanatiifi dubbini isaa jabeenna qabdi.
Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.
Akasuma Yakobofi Yohanaleeni, ilmaani Zebedayo, waheli Simoni mamani. Yesoni waan Simoniini jed'e, Insodaatini, armaa achi atini nama guurta.
Simoni Petroni waan kana arginaani jilba Yesoti jige waan jed'e, Na biraa deemi, Aabbo, anini nama dabaati.