31 Yesoni waan jed'e, Nami fayya qabu ch'ireesa imbarbaadu, ka fayya d'abe male.
Qorsi Gileadi keesa injiru? Ch'ireeyyini achi injirtu? Gumi tiyya maanifi infayyisini re?
Yesoni waan kana d'ageennaani waan jed'eeni, Nami fayyaa qabu ch'ireesa imbarbaadu, ammo ka fayya inqamneti barbaadata. Anini nama d'uga yaamu ind'umne, ammo maro nama dabaatiifi d'ufe.
Anini nama d'uga yaamu ind'umne, ammo nama daba yaamu d'ufe, aka daba iraa deebiani.