Eegi suni Yesoni namicha kaani Mana Waaqa keesati arge waan jed'eeni, Me ilaali, la fayyite. Iti deebite daba intolchiini, aka waan hagana ira hamtu inarganne.
Yo isani nama tokoo araaramtani anileeni ya isaa araarame. Hojja anini namaa araaramu, yo anini d'uguma nama araarame, anini maro teesaniifi araarama fuula Kristo durati,