35 Ammo Yesoni dubbachu isa d'owe waan jed'eeni, Ch'allisi, isa keesaa bahi. Jennaani jinniini jiddu biyyati namicha kaani lafaani d'oofte, laanatu, ka isa ind'ukubsiinu, isa keesaa baate.
Inni waan worraani jed'e, Isani sila mammaasa kana naani jettani, Ch'ireesa, qara ufi fayyisi. Ammalle, waan atini dira Kapernaumuti tolchite ta nu d'ageenne, armaleti tolchi, lafa tante keesati.