33 Mana Waaqa iti kad'atani suni keesa nama tokoti jira ka jinni hamtu qabu; inni qonqo olfud'ate iye waan jed'e,
Hojja suni nami toko ka jinni qabu Mana Waaqa suni keesa seene
waan inni barsiise suni guddo mamani, wonti akanatiifi dubbini isaa jabeenna qabdi.
Eya, atini maani nura qabda Yeso Nazareti? Nu balleesu d'ufte? Anini si beekha; atini Qulqullo Waaqaati.