Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Luqaas 4:32 - KITAABA WAAQA

32 waan inni barsiise suni guddo mamani, wonti akanatiifi dubbini isaa jabeenna qabdi.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Luqaas 4:32
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Biyyiti waan inni barsiise guddo maadefatte, waan inni aka jara Seera beekhu imbarsiimne, ammo aka nama humna qabu barsiiseefi.


Nami isa d'agaye ch'ufti beekhumafi jecha isaa guddo maadefate.


Mana Waaqa iti kad'atani suni keesa nama tokoti jira ka jinni hamtu qabu; inni qonqo olfud'ate iye waan jed'e,


Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.


Wonti nama jiraachisa Lubbu Waaqaa; fooni woma imbahani. Dubbini anini isaniti hime Lubbufi jireenna.


Askartiini taani waan jetteeni, Nami tokoleeni ka aka isaa dubbatu injiru. Farisayooni waan jetteeni,


Huji d'ossatiifi ta ch'eera la lakimne; nama insomnu, dubbi Waaqale ind'aareesinu. D'uga diidati dubbanne aka d'uga qamnu nama ch'ufa agarsiimna, Waaqa duraleeti.


Nu Odu Dansa afaani ch'allaani isanii ind'umneeni, ammo jabeennaafi Lubbu Qulqullofi d'uga malaikatini isanii d'umne. Aka nu gaafa isani woliini jiru teenne imbeetani; nu maro dansuma teesaniifi teenne.


Waan kana nama barsiisi, jabeenna kanke ch'ufaani nama si ch'aqasu ch'ufa jabeesi, gorsi. Nami tokoleeni si intufatiini.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ