35 Jennaani worri waan kara keesati tahe odeese, aka inni qit'a ch'abse jennaani worri isa beekhe.
Guyya ch'ufa ergattu ira wo baratani, woldeenna woliini tolchani, qit'a Waaqa ch'absani, woliini nyaatani Waaqa woliini kad'atani.
Waan Waaqa gammachiisa jabaad'a barad'a.