21 Ammo nu qara aka inni Israeli baasu abdanne. Tana male, arriti guyya sadeeso haga wonti kunini taate.
Inni gumi isaa ta Israeli ch'ubbu keesaa
AABBO Waaqi waan gumi isatini jed'u, Anini Yerusalemu d'ufe, isanii kalche, nama keesani ka daba ira deebie ch'ufa baasa.
Aabbo Waaqi Israeli ha eebifamu: Wonti akanatiifi inni gumi ufi qarqaare baasu d'ufe.
Isiileeni hojuma suni d'ufte Waaqaa galata deebifte, waan gurba diqa kana nama baafama Yerusalemu eegatu ch'ufati odeesite.
Ergattuuni wolwoldeete waan Yesoni jette Aabbo, atini ammatana guddinna lafa tana Israeliti deebifta?
Aka nama Misiri kaani ijeefte nale ijeesu feeta?
Sirba haraa sirbani, waan jed'ani: Aki atini woraqata fud'atte beesisa isi ch'absitu sii malte. Wonti akanatiifi si ijeesani, atini dua teetiini nama Waaqa bitte, gosa ch'ufaafi afaani ch'ufaafi lafa ch'ufa keesa.