Eegi wonti kunini ch'ufti maro dabaafi ch'ubbu keennatifi nu d'aqabdele, nu imbeenna, Ee Waaqa, aka atini gaargala gudda nu sila argannu nuti diqeesite akanaani nu hambifte.
Gaafa isa arabsani inni taka nama inarabsine; isa gaargalchinaani inni nama tokole insodachiimne, ammo abdi ufi, Waaqa d'uga, ka d'uga gula wo qoru, gubba keyate.