18 Ammo gumiini ch'ufti ch'aarte waan jette, Nama kana nuraa balleesi, Baraba nu hiikhi.
Pilatoni guyya jila Pasaka ch'ufa nama toko hiikhu male.]
Baraba, waan inni dira keesa lola baase nama ijeeseefi hid'ani.
Ammo Petroni karra dura ala eje. Namichi kaani ka qaallichi guddaani fuula beekhu gabahe, intala karra eeddu tokooni dubbate Petro olseensise.
Gumiini guddooni isa gula yaate, Isa ijeesa jette iyite.
Haga inni dubbi tana jed'u ch'ufa ch'aqasani jennaani qonqo olfud'atani waan jed'ani, nama kana lafa tana keesa balleesa jiraachu himmalle.
Inni qulqullofi dansa, ammo isa diddani Pilato kad'attani aka algala toko isani hiikhani,