55 Ibida ch'icha durati bobeesani qanqamatani, Petroni jiddu worra keesa tae.
Ayyaana isaati ka mala worra ch'ubbutitifi akheekha worra dabaatiifi dubbi worra Waaqa tufatulle jibbe iti d'iaachu didu.
Nama ch'ubbu tolchu, ka hameenna jaalatu — worra dubbi nagaya dubbate, ammo garaa isaani keesa hameenni guutu woliini, na imballeesini.
Nami qaroo wahelchu qaroo taha, ammo nami daalle wahelchu d'iba argata.
Nama woma imbeenne biraa yaa, jireenna argad'a; kara hubacha gula yaa.
Jennaani qaalole gugurdofi jaaroleeni Yahudi mana Qaallicha ira Gudda, ka Kayafa jed'ani keesati wolwoldeete,
Waan inni guddo gaargala qabuufi guddise kad'ate; damfi isaa lafati ch'och'obe d'iiga fakaate.]
Intalti toko, ato inni fulla ifsa ibida tau, isa agarte ila iti qabde waan biyyaani jette, Namichi kunileeni isa woliini jira.
Insobamiina: waheli hamaani adaba dansa iyaka.