54 Jennaani Yeso qabani gara mana qaallicha gudda geesani, ammo Petroni fago hordofe.
ammalle gaafa jari jaaroleeni Babiloni isati ergite d'ufe waan akheekha waaqi tolche isa odeefate, Waaqi Hezekia yalabahe, aka akasiini isaa ilaalate, waan garaa isaa keesa jira hubatu.
Guyya ch'ufa nu Mana Waaqa keesa woliini jirra, harkaani na intunne. Ammo hojjaani tuni teesani, ammalle ta jabeenna dukanaati.
Duuba Anasini Yeso ka hid'aansa qabu Kayafa qaallicha guddati erge.