49 Jari isa woliini jiru waan kana arginaani waan jed'eeni, Aabbo, sheeftini d'oomna?
Worri waan jed'eeni, Aabbo, ilaali, sheefti lamati arma jira! Inni waan jed'eeni, Ingeeti.
Ammo Yesoni waan jed'eeni, Yuda, atini d'ungooni Ilma Nama gurguratta?
Nami toko worra keesa garbicha qaallicha gudda d'ae, gurra mirgicha iraa kute.