46 waan jed'eeni, Maafi raftani? Kakaa, kad'ad'a, aka ilaalacha keesa inseenne.
Jennaani namichi huji hobolo suni ch'ufa harkaa qabu d'ufe, artiti isa arge waan jed'eeni, Isii abbo, atini maafi ufumaa rafta? Kai, waaqa kanke yaamad'i, hegeri inni nuu nahe lubbu nu baasa.
Arti gahe jennaani waan worraani jed'e, Kad'ad'a aka ilaalacha keesa inseenne.
Kad'achaa kaanaani, jara ufiti d'ufe, worra maro lalefachatiifi rafu arge