45 Kad'achaa kaanaani, jara ufiti d'ufe, worra maro lalefachatiifi rafu arge
Jennaani gara jara isaa sadeeni kaani deebie, worra rafu arge waan Petroni jed'e, Akami dandeetani haga saa tokole na woliini eegu dad'abdani?
Ammalle gadeebinaani worra muugatiini dabsatte rafu arge.
Jennaani inni deebie, worra rafu arge waan Petroni jed'e, Simoni, atini irrafta? Saati toko dandeete ineeddu?
Waan inni guddo gaargala qabuufi guddise kad'ate; damfi isaa lafati ch'och'obe d'iiga fakaate.]
waan jed'eeni, Maafi raftani? Kakaa, kad'ad'a, aka ilaalacha keesa inseenne.