29 Akuma abbaani kiyya hayyuma naa qoode, anileeni isanii qooda.
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, abbaani suni gudda waan qabu ch'ufa isa tolcha.
Abbaani waan jed'eeni, Aka d'iiraa tolchite, atini aka dansaa daldalte, tanaafi anini waan guddo harka keetiti kenna. Kooti, woliini gammanna.
Duuba Hayyuuni waan hooliye harka mirgatiini jed'u, Abbaani kiyya ya isani eebise, koota, guddinna haga lafa uumani isani mid'aasani seena.
Yesoni worrati d'iaate waan jed'eeni: Jabeenna ch'ufa, ka lafafi gubbale, ya nati kennani.
Ayyaana worra d'ugaafi gaargalchani: Finni gubbaa ka worraati!
Ayyaana worra aka garaa keesa hiyyeeyi ufi beekhu: Finni Waaqa ka worraati!
Insodaatiina, gumi diqo! Wonti akanatiifi Abbaani keesani Finna isaa isanii kennu fed'a.
Inni waan jed'eeni, Aka dansa tolchite, atini garbicha dansa! Waan atini nama d'uga taate waan diqo guuteefi dira kud'ani mohad'u.
Nami utaalcha barachu fed'u ch'ufti waan infakaanne iraa ufi d'owu male; inni aka sure haga jirtu inteenne mata gubba keyatufi akasi tolcha; ammo nu, aka ta haga hegeri teetu argannuufi akana tolchina.
Tanaafi abdiini nu isani abdannu diqole inchochoone; nu imbeenna aka, akuma gaargala keenna qoodattani, akasuma qarqaarsa nu argannule qoodattani.
yo obsine, isa woliini lafa finna: Yo nu isa mormanne, innileeni nu mormata;
Ch'aqasa oboleyaani tiyya! Waaqi hiyyeeyi lafa tana fohate, aka d'ugefachaani duroomte, finna inni worra isa jaalatu d'aamate argattu.
Duuba gaafa Tissituuni Guddooni d'uftu, sure hayyuma ta haga jirtu adi ch'aama argattani.
Naabo d'akha ka dira d'akhaye kud'ani lama irati ijaarani, d'akha suni gubbati maqa ergattu Ilme Hoola kud'ani lamaani t'aafani.