5 Ato nami gari waan Mana Waaqa hasau, aka d'akhaye dansaafi waan Waaqaa baasaniini bareesani, Yesoni waan jed'eeni,
Yahudiini waan jette, Ganna afurtami jaa keesa Mana kana jaarani, atini guyya sadi keesati dandeete jaarta?