14 Tanaafi garaa kutad'a, aka durati waan deebiftani ind'ind'insine;
Amma beeni deemi, anini si qarqaare si dubbachiise si jechisiisa.
Ammalle hojja isani guurani qorsuma geesani ch'ufa, waan jettani durati iyaadiina, ammo waan gaafasi isaniti kennani jed'a. Wonti akanatiifi ka dubbatu isaniiniti, ammo Lubbu Qulqullo.