12 Ammo waan kana ch'ufa durati isani qabani gaargalchani, maneeni Waaqa iti kad'atani duraani isani d'ufani, mana hid'aansa keesa isani buusani; maro tiyyaafi hayyootafi jaallaba dura isani geesani.
ta gari tissele guurte d'aante fitt'e.
wonti kunini ch'ufti aka ch'iniinsu d'ala jirti.
lafti guddo chochoti, fulla heddu beelafi d'ukubati d'ufa; waan nama mudamsisatifi akheekha guddati gubba mullata.
Dubbi anini isaniini jed'e tana qaabad'a: Tisseeni abba ufi ira injirtu. Yo nami qara na gaargalche, isanile ingaargalcha; yo nami jecha kiyya guute, keesanile inguuta.
Ammo waan kana ch'ufa maro maqa kiyyatiifi isani tolchani, waan nama na erge imbeenneefi.
Guddaani askarti waan Yahudiini Paulo himateefi beekhu fed'e, tanaafi boriyya inni haada Paulo iraa hiikhe, jaarole koraa wolwoldeesise, Paulo fuud'e jiddu worra ejachiise.
Worri dubbi isaa quufe, ergattu yaamani d'aanani, aka worri deebie maqa Yeso Kristotiini nama imbarsiimne seeraani gallakisani.
Ammo Sauloni gumi Waaqa guddo gaargalche, mana ch'ufa seene, d'iirafi nad'eenile hid'aansati guure.
Inni lafati jige, qonqo toko d'agaye ta, Saulo, Saulo, atini maafi akana na gaargalchita? jetteeni.
Maro maqa Aabbootiifi aadafi seera nami baasu ch'ufa guuta: Hayyu ka waan ch'ufa harkaa qabuufi
Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.