Qaalole gugurdofi jari Seera beekhuleeni isa qabu fed'ani hojuma suni, ammo biyya sodaatani; wonti akanatiifi aka inni mammaasa kana worraafi jed'e imbeekhani.
ammo ammatana, bara eege kana keesa la Ilma isatiini nuti dubbate. Waaqi waan gubba jira ch'ufa isaani uume, isa fohate, aka gaafa muumme inni waan ch'ufa d'aallu.