1 Gaafa toko, ato Yesoni nama barsiise Odu Dansa Mana Waaqa keesati odeesu, qaalole gugurdofi jari Seera beekhu jaarole woliini isati d'ufani
Hojuma suni Yesoni gumiti dubbate waan jed'e, Maafi sheeftifi bokuuni d'uftani na qabdani, aka waan anini shifta tahe. Guyya ch'ufa anini Mana Waaqa keesa tae nama barsiise, ammo gaafasi na inqamne.
waan jed'aniini, Atini jabeenna kamiini waan kana nama barsiifta yokhaani eennuti jabeenna kana ch'ufa sii kenne? Nuti himi!
Eegi waan kana Yesoni diraafi ollowaani ch'ufa keesa dedeeme Odu Dansa ta Finna Waaqa odeese. Jari kud'ani lamaani kaani isaani woliini yae,
Yesoni waan jed'eeni, Anini diideese nama ch'ufaati dubbad'e, anini guyya ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'ataniifi Mana Waaqa gudda keesaleti fulla Yahudiini iti wolwoldeetuti barsiise, d'ossaani woma indubbanne.
Ato Petrofi Yohanani taani gumiini hasaanu, qaalolefi namicha gudda Mana Waaqatiifi Sadukayoni worrati d'ufani.
Worri gumifi jaarolefi jara Seera beekhu iti kaase, d'ufani Stefano qabani, gara jaarole kora geesani.