52 Yesoni olguddate, qalbi horate, Waaqafi namileeni isa eebise.
Gurbaani guddate nafafi lubbuuni jabaate: lafa alo keesa tae, haga guyyaani inni Israeliti ufi mullisu gahuti.
Gurbaani suni guddate jabaate; ammalle guddo qaroo, eeba Waaqa qaba.
Nami kara kana gula Kristo hojatu Waaqa gammachiise namale quufsa.
Much'aani Samueli jed'ani kaani guddachuma guddate eeba namafi AABBO Waaqale iraa kutate.