37 Inni goodo gaara Ejersa jed'aniti d'iaannaani, gumiini guddooni ta jara isaa, gammachuuni qonqo olfud'ate Waaqa faarsite, maro waan mama kana arganiifi.
Yerusalemuti d'iaannaani, Bethfage fulla Gaara Ejersa jed'ani d'ufani. Achiti Yesoni d'aamsa kanaani jara ufi lama erge:
Namichi sadeeso d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, ilaali, shilingiini tante tana; bututuuni hid'e olkaye.
Hojuma suni lafa arge, Yeso gula deeme Waaqa guddise. Nami ch'ufti arginaani Waaqa faarse.
Nami ch'ufti bakhakhe Waaqa faarse waan jed'ani, Raagi guddaani yayu jiddu teennaa gadibahe: Waaqi la gumi ufiti mullate.
Duuba eegi sirba toko sirbani, worri gaara Ejersa jed'ani d'aqe.
Ato inni gaara Ejersa jed'ani gubba tau, ka Mana Waaqa moga suni jiru, Petrofi Yohanafi Yakobofi Andareani kobati isa gaafatani.
Hezekiafi gumiini ch'ufti guddo gammadde, waan qarqaarsa Waaqatini hujiini tunini ch'ufti yoosu hobaateefi.
Duuba akanaani worri Israeli ch'ufti gammade, magalatafi bilbilafi kirari d'ae sirbe, Sanduqa Wold'aqisa Yerusalemu geese.
Bethfagefi Bethaniati d'iaannaani, fulla gaara Ejersa jed'ani, jara isaa lama ufi dura erge
Ato inni gulufu, woya ufi lafati afani.
Wonti biyyiti fuula keesa isa yaateefi waan akheekha inni tolche d'ageeteefi.