31 Yo nami, Maafi hiitani? isaniini jed'e, Aabbooti fed'a jed'a.
Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.
waan jed'eeni, Haga olla isani dura suni yaa, yo achiini baatani bukhura harre ka nami taka ira intaini argitani, hiikha kootaani.
Jari ergani kaani kae yae waan inni jed'e arge.
Dubbi suni ta Waaqi gara ijoolle Israeli erge, aka nagaya Yeso Kristo keesa hasaani, inni Abba nama ch'ufaati, isani imbeetani.