36 Gumi guddo dabartu d'ageennaani, Kunini maal? jed'e gaafate.
Hojattu toko yaame waan jed'eeni, Wonti kunini maani?
Yesoni Yerikoti d'iaannaani namichi ballaani toko d'aatu kara tae wo kad'ate.
Waan jed'aniini, Yeso Nazaretiti kara kana gula deemu jira.