3 Ammalle dira suni keesa niiti hiyyeeti tokoti jira, ta guyya ch'ufa gara isaa d'at'e, Nama tokoti na dabse, dubbi tana na ilaali jettuuni.
atini haad'a hiyyeesa qarqaaru didde, ammalle ilmaani hiyyeeyile dabsite, waan isii saamte.
Nami duu jiruleeni na eebise, anileeni haad'a hiyyeesale gammachiise.
aka waan dansaa tolchitani barad'a. D'uga barbaada gula yaa, nama dabsani barbaada, ilmaani hiyyeeyi waan isii kennafi, nad'eeni hiyyeeyile dubbad'afi.
Tanaafi worri irre baase, guddinna argate wo horate, gabbate moora baase — ch'ubbuuni worraa haga inqabdu; hiyyeeyi d'uga d'owani, nama woma inqamnele dabsani.
Yo nami si himate koraa si yaamani, hurrisi wold'aqa yokhaani inni jaarole si kenne, jaaroleleeni askartiti si kennite, askartileeni mana hid'aansa keesa si buufti.
Inni waan jed'e, Dira toko keesa nama dubbi qoru tokoti jira ka Waaqafi namale insodaanne.
Guyya heddu dide, ammo eege garaa ufi keesati waan jed'e, Ato anini Waaqafi namale sodaachu, baad'e,
waan niitiini tuni na gaargalchitufi anini dubbi isii inqora, aka isiini hojja ch'ufa d'ufte na ingaargalchine.
Waaqi nama keessumafi ilmaani hiyyeeyifi nad'eeni hiyyeeyi waan isii d'owe dabse ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.