26 Worri d'agaye kaani waan jed'eeni, Eentu baafamu dandaa re?
Nami toko waan jed'eeni, Aabbo, nami baafamu diqa? Inni waan worraani jed'e,
Gaala qaa lime seenuti ira laaftu, fulla dureesi Finna Waaqa argatu ira.
Ammo inni waan worraani jed'e, Wonti namaani intaane Waaqaani intaati.