2 Inni waan jed'e, Dira toko keesa nama dubbi qoru tokoti jira ka Waaqafi namale insodaanne.
Nami dansaani hiyyeesaa dubbate aka isa dabsani dida, ammo ch'ubbichi waan suni woma ira inqabu.
Karaani guddaani ya bade, nami imaltu gula deemuleeni injiru. Kakhu ch'absani wold'ageeti balleesani, nama tokole deebiani insaalfatani.
Ammalle dira suni keesa niiti hiyyeeti tokoti jira, ta guyya ch'ufa gara isaa d'at'e, Nama tokoti na dabse, dubbi tana na ilaali jettuuni.
Guyya heddu dide, ammo eege garaa ufi keesati waan jed'e, Ato anini Waaqafi namale sodaachu, baad'e,
Abbaani oobru zabibu waan jed'e, Anini maal tolcha? Eegi, ilma kiyya ka anini jaalad'u erga; hegeri isafa sodaatani.
Abbootiini teenna ta lafa nu qajeelchiti, duuba worraa saalfanna. Abba keenna ka lubbu hagasi ira saalfanneefi jireenna argachu himmalle?