9 Abbaani hojattu suni mala keeti maro waan inni fed'u tolcheefi galata deebisa? Hiyyo.
Isanileeni akasuma; hojja waan ch'ufa ka Tolcha jed'ani tolchitani, waan jettani, Nu tissele ta woma imbaane; nu waan tolchu malle ch'alla tolchine jed'a.
Dandae injed'u, ammo, Hurrisi, kooti, sagale naa d'aabi, mart'ifad'u na golochi, haga anini gololfad'uuti; eegi suni nyaatte d'udda jed'a.