33 Nami lubbu ufi baasu fed'u ind'aba; ammo ka lubbu ufii balleesu inargata.
Nami lubbu ufi qorqorachu fed'u ind'aba; ammo nami lubbu ufi naa jed'e balleesu inargata.
Wonti akanatiifi nami jireenna ufi baasu fed'u ch'ufti ind'aba; ammo nami jireenna ufi naa jed'e balleesu inargata.
Waan anini isaniini jed'u, Halkani suni nama lamati sire toko ira rafa: toko fuud'ani, kaani lakisani.
Nami lubbu ufi jaalatu ind'aba; nami lubbu ufi jibbu, lafa tana keesati, jireenna hegeritiifi lubbu ufi olkeyata.
Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.