20 Ammalle namicha hiyyeesa toko, ka Lazaro jed'ani, ka nafi isaa ch'ufti mamadaa qabu balbala isaa dura kayani,
Jennaani Sheet'ani kae, AABBO Waaqa biraa deeme nafa Ayubu mamadaani qabate haguma gana faanati fuud'e gubbe matati d'aabe.
Nami dansaani gaargala heddu argata, ammo AABBO Waaqi gaargala suni ch'ufa keesaa isa baasa,
Ee Waaqa, atini hojja ch'ufa na gaargalchite, diirama ch'ufa na d'aante.
Nafi keesani fulla tokoleeni fayya inqabu, haguma mata eje miilati eje, nafi keesani ch'ufti waan dirmamufi malaafi madaani bade. Mada tante qulqulleesani qorsa tokole ira kayani womaani inhinne.
Qorsi Gileadi keesa injiru? Ch'ireeyyini achi injirtu? Gumi tiyya maanifi infayyisini re?
fullooni bahe. Intalti hojattu toko d'ibileeni isa garte waan jara d'iira tokooni jette, Namichi kunini Yeso Nazareti woliini jira.
Duri dureesa toko jira, ka woya mimid'aaddu gati guddo qabdu naqate guyya ch'ufa gammadafi qilit'amaani deemu.
aka inni hamba sagale mesa namicha dureesa iraa jiddu nyaatu. Sareleeni d'ufte mada isaa araabdi.
Nami toko, ka Lazaro jed'ani, ka oboleyaani isaa ta dubra Mariamufi Martha, ka worri isaani Bethania fayyad'abe.
Nama toko ka haguma d'alate miili naafateeti jira. Guyya ch'ufa isa fuud'ani, fulla balbala Mana Waaqa ta mid'aadu jed'ani kayani, aka inni nama Mana Waaqa seenu hori kad'atu.
Oboleesi hiyyeesi, yo Waaqi wo kenneefi, ha gammadu;
Ch'aqasa oboleyaani tiyya! Waaqi hiyyeeyi lafa tana fohate, aka d'ugefachaani duroomte, finna inni worra isa jaalatu d'aamate argattu.
Inni hiyyeeyi awara keesaa fuud'e, nama laafa woma inqamne fulla daara iti harani keesaa baasa. Inni worra suni worra gugurda woliini teesise barch'uma guddinna kennaafi, yayabi lafaa ka AABBO Waaqati, inni isii irati waan ch'ufa jaare.