11 Tanaafi hojja qara hori lafa tanatiini isani d'arefatani eentu dandae hori d'ugatiini isani d'ugefata?
Nami tokoleeni dandae abbooti lama inhojatu: toko jibbeti kaani jaalata, yokhaani tokooni wold'aqani kaani tuffata. Waaqafi hori hojachu indandeetani.
Waan qabdani gurgura, eebaani wo namaa kenna. Subba indulomane mid'aafad'a, hori gubba jiru ka inhobaamne olkeyad'a, fulla hattuuni iti ind'iaanne yokhaani fulla bilaachi imballeesine.
Ammalle yo hori nama d'ibitiini isani d'arefatani eentu waan keesani isanii kenna?
Duuba anini waan isaniini jed'u, Hori lafa tanatiini jaala tolfad'a, aka hojja horiini d'umate mana hegeriti isani yaamani.
Yesoni akasi d'ageennaani waan isaani jed'e, Waan toko fitate; waan atini qabdu ch'ufa gurguri, hiyyeeyi qoodi, duuba hori gubba argatta, duuba deebii, na gula kooti.
Anini gumi Waaqa ch'ufa maand'a qit'issu, ammo Waaqi huji gosa d'ibiti Odu Dansa odeesani nati kenne, aka durooma Kristo ka ind'umanne barsiisu,
Ch'aqasa oboleyaani tiyya! Waaqi hiyyeeyi lafa tana fohate, aka d'ugefachaani duroomte, finna inni worra isa jaalatu d'aamate argattu.
Tanaafi anini si gorsa, Worqi qullo nara bitad'u, aka dureesa taatu. Booftale bitad'u, aka uyifatte qulla tante d'ossitu. Qorsa illale bitad'u, aka lafa gartu.