Luqaas 16:1 - KITAABA WAAQA1 Yesoni waan jara isaatiini jed'e, Duri dureesa tokoti jira, ka hojattu jabdu qabu. Duuba d'ufani waan jed'aniini, Nami kanke kunini hori kanke balleesu jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Daudini worra gugurda Israeli ch'ufa Yerusalemuti wolti yaame. Jennaani jara gugurda gosatifi jara gugurda hayyu hojatufi jaarole gosatifi jari mihaafi hori hayyuutifi ilmaani isaa qorqoratu — akasi jechaani nama mana hayyu keesa hojatu ch'ufafi worra gugurda askartitifi nami jajabaani ch'ufti — Yerusalemuti wolti bahe.