Luqaas 14:21 - KITAABA WAAQA21 Garbichi kaani gallaani waan kana ch'ufa abba ufiti hime. Duuba abbaani kaani dalane waan garbicha ufitiini jed'e, hurrisi, deemi, karaafi daandi dira keesa dedeemi, hiyyeeyifi naafafi ballafi nama hokoluuni kooti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |