Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Luqaas 13:17 - KITAABA WAAQA

17 Akasi jennaani nyaapi isaa ch'ufti ch'eere; gumiini ch'ufti waan dansa inni tolcheefi gammadde.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Luqaas 13:17
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Nyaapa kiyya ha ch'eeri balleesuti, worri ha ch'eera aka woya uyifatuti.


Wonti inni tolchu ch'ufti jabeennaafi guddinna isaa garsiifti; d'ugaani isaaleeni haga jiru jireenna teeti.


Anini nyaapa isaa aka male ch'eersa, ammo hayyumti isaa guddateti jabaati.


Nama na ijeesuu fed'u ha dabsatani balleesaniti. Nama maro gaargala kiyyati gammadu ha dudda duubati deebisani ch'eersaniiti.


Ee AABBO Waaqa, Waaqi d'ibiini aka kanke jiru eenu? Eenuti aka kanke qulqullooma gudda qaba? Eenuti waan mamatiifi huji jabdu aka kanke dandae tolcha?


Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi dame lafa keesa jirtu ch'ufa guddise mid'aadu tolchu. Nami Israelii ch'ufti, ka hafe, mid'aani lafti sunini baaftu iraa gammade, kiyyibaani.


Worri na baane, AABBO Waaqa ch'alla keesa d'ugaafi jabeenni jira jed'a. Nama isa jibbu ch'ufti yo isati d'ufu ch'eera argata.


Isani worri AABBO Waaqa saalfate isa sodaatu, waan inni jed'u ch'aqasa: Waan isani nama kiyya taatanifi, nami keesani ka gari isani jibbe, isani hanqata. Worri isani goyeese waan jed'u, AABBO Waaqi ha guddinna ufi isani agarsiise isani baasu, aka nu akasiini gammada keesani agarru. Ammo worruma akasi jed'u suni ch'eersani!


Hojuma suni lafa arge, Yeso gula deeme Waaqa guddise. Nami ch'ufti arginaani Waaqa faarse.


Ammo waan isa tolchani d'abani, maro nami ch'ufti dubbi isaa gurra tokooni ch'aqaseefi.


Duuba iti deebiani dubbi d'ibi isa gaafachu sodaatani.


Duuba kori kaani maro nami ch'ufti waan argeefi Waaqa faarseefi, waan worra tolchu d'abe iti seere galakise.


Wonti kunini garu ind'at'u, waan nami ch'ufti aka worri daalle arguufi akuma jari kaani duri tahe.


Dubbi dansa ta nami dandae intufanne dubbad'u aka nyaapi kanke waan nuuni jed'u, d'abe ch'eeru.


Qalbi teesani qulqullefad'a, aka yo isani arabsani nami maro isani adaba dansaani Kristo gula yaataniifi hameenna isaniti dubbatu ch'eeru.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ