10 Guyya Sabato Yesoni mana Waaqa iti kad'atani toko keesati nama barsiisu jira.
Yesoni Galilaya ch'ufa keesa dedeeme Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise, Odu Dansa ta Finna odeese, d'ukubafi miid'ama gosa ch'ufa nama fayyise.
Duuba yo mid'aani ganna d'ufu baase dansa; ammo yo imbaasiini imurta.
Duuba inni d'aqe maneeni Waaqa iti kad'atani ta Yudea keesati nama barsiise.