34 Wonti akanatiifi fulla horiini keesani jiru garaani keesanileeni jira.
Fulla horiini keesani jiru, garaani keesanileeni jira.
Mart'o teesani mart'ifad'a, ifsa keesani bobeefad'a;
Ammo worri keenna gubba; Qarqaarsa keenna Aabbo Yeso Kristo ka gubba gadi d'ufu eegachu jirra.