35 Boriyya qarsi lama baase abba manati kenne waan jed'eeni, isa qorqorad'u, hori atini iti darte deebieti sii baasa.
Nami hiyyeesa wo kenne ya Waaqa wo kenne, AABBO Waaqileeni waan inni kenne suni inuma deebisaafi.
Nami kaani achii deemnaani, garbicha wahela isaa toko ka gati isaa diqo toko qabu arge, hud'e waan jed'eeni, Gati tiyya naa baasi.
Aka beese huji guyya toko guyyaati kennuufi wold'aqani, oobru zabibuti worra erge.
Isati d'iaate, mada isaa hid'e, d'ad'afi qorsa dibe gaange ufi gubbaa kaye, Mana keessumatini d'ufe isa qorqorate.
Worra sadeeni kana keesa eenuti namicha harka shifta seene suni jaalate seeta?
Ammo hojja atini sagale dansa d'aabdu, hiyyeeyifa, naafafa, nama hokolufa, ballafa yaami,
Gayoni, ka anini mana isaa bululeeni ka gumiini mana isaa keesati wolwoldeete nagaya isanii d'aama. Erasto, ka hori dira kana qorqoratuufi oboleesi keenna Kwartoni, nagaya isanii d'aamani. [