Luqaas 10:31 - KITAABA WAAQA31 Aka ayyaana qaallichi toko kara suni bahe; isa arginaani d'aatu dabre. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Anini lafa tana irati waan toko d'ibile ya hubad'e; qolchaani dogoomsu keesa guyya ch'ufa nama inqolchu, jannileeni had'iisa guyya ch'ufa indabsatu, qarooleeni guyya ch'ufa bulti inargatu, nami maltichileeni guyya ch'ufa horiti imbahu, ammalle nami jabaani wo beekhuleeni hojja ch'ufa waan fed'u inargatu. Mudani namuma ch'ufati galti.