29 Isiini waan dubbi tanaatiifi guddo rifatte, garaa ufi keesati, mamte Kunini nagaya akami? jette.
Jennaani jari isaa woliini hasae waan jed'e, Nu qit'aani ind'umne.
Zekariani arginaani nahe rifate.
Malaikaani isiti d'ufte nagaya fuute waan jetteeni, Aabbooni si woliini jira, ya guddo si eebise.
Nami d'agaye ch'ufti garaa ufi keesa keyate, Gurbaani kuni nama akami taha? jed'ani. Wonti akanatiifi inni jabeenna Waaqa qaba.
Ammo Mariamuni dubbi suni garaa ufi keesa keyatte heredde.
Jennaani inni worra woliini deebie, Nazaretiti gale, worra saalfate. Haati isaa dubbi suni ch'ufa garaa keesa keyatte.
Ato Petroni waan daayya inni arge suni heregu, jari Kornelioni erge kaani mana Simoni gaafate, balbala dura eje,
Inni isi arginaani rifate waan jed'eeni, Maal, Aabbo? Isiini waan jetteeni, Kad'acha teetiifi waan atini maro Waaqatiifi namaa kennitu ya fuula Waaqa durati si qaabatani.