23 Guyyaani faro isaa hobaanaani inni worra ufiti gale.
Nama fullo eegu kana ch'ufa fiit'a isaani ta ollowaaniti galtuti qarqaara, ammalle worri kunini bulti torba faro farooni lafa eega.
Inni gabaanaani dubbachu dad'abe, aka inni Mana keesati daayya arge beekhani. Dubbachu dad'abe jennaani harka dadarbe.
Eegi guyya suni niitiini isaa Elisabetiini garaachoofte, haga jia shani ch'ufa d'ofatte.