Jaallaboota 17:4 - KITAABA WAAQA4 Duuba amma qarsi suni haad'aa deebise, isiini qarsi d'ibba lama keesaa fuute, tumtuti geesite, jennaani tumtichi mukha fuud'e boch'e, qarsi suni iti mat'anse, akheekha woi waaqa jed'e mid'aase, duuba mana Mika keesa kayani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |